Home
GABUO.org
Home   Contact Us   About GABUO  About Oromiyaa   RBO Radio  Web Links Afaan Oromoo
Main Menu
Home
News
Press Release
Resolution
Articles
Contact Us
Search
News Archives
Key Concepts
Gada System
Colonial Experience
Community
Discussion Board
Web Links
Events
Walaloo
Important Links
A. Oromiyaa Portal
Oromia Publishing
Login Form





Lost Password?
:: Latest News and Articles ::
Feb 06 2010
SHEEXANOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Sadaffaa
Saturday, 06 February 2010

 

 Taammanaa Bitimaa irraa

Barreeffata kana kutaa lam maffaa keessatti, "--- sabbuun, ifeen, meetiin, sibiilboorri, s ibiildeemaan, bunni, kakawoon, jibriin (jirbiin), kudiraa fi fudiraan Afrikaanota keenyaa isaan Faranjoota Oroppaatiin koloneeffamanii barruu koloneeffattotaa keessatti-woo hafee, kan Oromiyaa, kan dhalawwan Kuushii fi kan warra kaan isaan Habashootan dagabaafamanii-woo barruu eenyu keessatti hafe-laa? Ammallee barruu eenyuu faa keessa jira-laa? Isa kanaa fi kanneen biroo kutaa sadaffaa keessatti walumaan ilaallaa", jedhameeti tureeyyu. Kunoo amma, isa waadaan galameef sanitu dhiyaataa mee yeroo fi fedhiin isiniif hayyame barreeffata kana duukaa buaa!

 

 

Read more...
 
Feb 06 2010
SHEEXANOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Lammaffaa
Saturday, 06 February 2010

Taammanaa Bitimaa irraa

 

Barreeffata kana kutaa isa dabre keessatti, "hojiiwwan qeesota Ortodoksii warra Habashaa fi kanneen biroo isaan dur irraa kaasanii, diina uummataa fi biyya keenya cinaa goruun ibidda sheexanaa nutti bittimsaa turanii fi gariin ammallee itti-jiran ilaalla", jedhameeti ture. Kunoo amma, isa jedhame kanatu armaan gaditti itti-fufamaa mee obsaa keessan natti hin qusatinaa!

Read more...
 
Feb 06 2010
SHEEXANOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA: Kutaa Duraa
Saturday, 06 February 2010


Taammanaa Bitimaa irraa 

Read more...
 
<< Start < Prev 1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 Next > End >>

Results 1 - 23 of 511
Select Language
Afaan Oromoo
Radio
RBO Radio
Latest Events
Sorry, no events to display
Random Quotes

Obsaan aannan goromsa dhuga

Who's Online